Tajaajila Bilisaa 10 kan fayyadamaan interneetaa kamuu fayyadamuu Danda'u Har’a tajaajiloonni fi aplikeeshiniiwwan kumaatamaan lakkaa’aman interneetii irratti kan argaman yoo ta’u, Haa ta'uu malee garuu, kanneen fedhii keessaniif ta’an kanneen hundarra gaarii ta’an argachuun rakkisaa ta’uu danda’a. Armaan gaditti tarree tajaajiloota fi aplikeeshiniiwwan gara garaa 10n gurguddoo interneetii irratti bu'aa qabeessa ta'an dhiyeessineerra. 1. Tajaajila Google (Google service) Google tajaajila onlaayinii bilisaa fi appilikeeshiniwwan namni hundi fayyadamuu dandahu baay'ee qaba. Kanneen jaalatamoo ta'an keessaan muraasni armaan gaditti tarreeffamanii jiru. i. Google Docs - Kuusaa tajaajiloota bilisaa ajaa'ibaa kan ta'ee fi kanneen akka adeemsisaa jechootaa(Word processor), gabatee (Spreadsheet), tajaajila dhiheessi (Presentation service), unkaalee toora interneetii (Form), fakkii kaasuu (Drowning) fi kkf kan hammateedha. Tokkoon tokkoon ta...
Marsareetii kana irratti Barnoota waa'ee teeknolojii, akkaataa itti fayyadamaa, barbaachisummaa isaa, fi midhaa isaa ballinaan isin hubachiifna