Skip to main content

Posts

Showing posts from March, 2022

Mobile Keessan #Originaala ta'uu akkamiti beekuu dandeessu?

Mobile Keessan #Originaala ta'uu akkamiti beekuu dandeessu? Qulqiullini Mobile Biyya itti Oomishamu irratti akka hundaayu beektuu? Jalqabarratti. *#06# barreessaa sana booda dijiitii 7ffaafi 8ffaa ilaalaa.. ✔ 02 or 20 yoo ta'e Emiretes kan Oomishame qulqinna gadi aanaa kan qabu very poor quality.  ✔ 80 or 08 yoo ta'e Jaarmanitti kan Oomishame qulqinni homaa hin jedhu  fair quality.  ✔ 10 or 01  Finland good quality.  ❥ 00 yoo ta'e original factory #baay'eegi gaarii High quality.  ✔13  yoo ta'e Azerbaijan  (bad) very bad quality.  ✔ 03/30 or 04/40 china gaariidha garuu   00,01 ykn 10 gad aanaadha. Hub: 05/50 china ,Brazil,USA ,Finland ta'uu danda'a. 06/60 china mexico Brazil ta'uu danda'a. Fakkeenya IMEI  351532044393715 ta'e yoo fudhanne  dijiitiin 7ffaaf 8ffaan "04" dha. Kanaafuu ququllinna gaarii dha garuu 00,01 ykn 10 gadi  qaba. "FIRA KEESSANIIF SHARE GODHAA"!

Gosa Haakerootaa (Types of Hackers)

  Gosa Haakerootaa (Types of Hackers) Gosa Haakerootaa (Types of Hackers) ----------------- Kana qofa irratti murtaa'uu dhiisus baayyinaan gosi haakerootaa white hat, black hat, grey hat jedhamuudhaan beekamu. Kana jechuun yaadni isaa kan dhufe Hat yookaan mallayyoo gurraacha namootni fayyadaman akkuma fiilmii warra dhihaa irraatii arginu hamootaa fi warri mallayyoo adii mataatti kaawwatu ammoo namoota gaarii yaada jedhu sanarraati. -------------- #White Hat Hackers:- gosi haakeroota kanaa warra hamoo hin taanee fi waan kamiyyuu miidhuuf yaada hin qabne maqaa biraadhaaan Ethical hackers jedhamanii waamaman yeroo ta'u. Hojiin isaanii dadhabina siistama tokkoo yookaan neetworkii tokkoo barbaadanii argachuu isa Penetration testing jennu sana irratti warra dandeettii guddaa qaban dha. Ethical hacking kan jennu kun seeraa ala miti. Dhaabbattootni gurguddoon addunyaa namoota penetration testing hojjetaniif waan barbaadaniif qarshii guddaa kaffalaniifii hojjechiisu. Otuu haakerootn...