Akkaataa Itoopiyaa keessatti gabayaa interneetaa (online shopping) itti eegaluu dandeenyu keessaa muraasa Yeroo ammaa kanatti manuma keenya Yeroo ammaa kanatti manuma keenya teenyee gabaa baanee wanta akka uffataa, meshaalee manaa, meshaalee elektrooniksii fi iddoo bashannanaa gaarii fi wantoota gara garaa online ykn toora intarneetaan salphumatti argachuu dandeenya. Marsareetii(website) gabayaadhaaf mijjawan kanneen akka Amazon, eBay, shopify, Qefira, markato fi kknf tajaajilawwan bittaa fi gurgurtaa raawwachaa jiru. Marsaareetiwwan(website) kunneen oomisha kee akka ijaa nama baay'ee harkisuu dandahutti fi ibsa oomisha keetii bareechee akka nama baay'ee bira gahuu danda'utti oomisha kee siif beeksisa. "Online shop" ykn gabaa internetaa kana yoo eegaluu barbaannee (website) marsaareetiwwan kunneen kusaa interneetaa ijaaruu(store builder), suppuu( maintain) fi Hojmaata (operation) hundaahu akka hoggannuuf haala mijjeessee jira. Guyyaa guyyaadhan waa'ee oomisha...
Marsareetii kana irratti Barnoota waa'ee teeknolojii, akkaataa itti fayyadamaa, barbaachisummaa isaa, fi midhaa isaa ballinaan isin hubachiifna