Karaalee 10 kan Itoopiyaa kessatti intrneeta irraa galii ittiin argachuu dandeenyu
- Manuma keenya teenyee internet irratti bittaa fi gurgurtaa Eegaluudhaa.
- Viidiyoo“yuutuubii” hojjachuun galii argachuu dandeenya
- Kitaaba barressuu fi maxxansuudhaan interneeta irraa galii argachuu dandenya
- Marsaareetii dhunfaa / Blogging irraa galii argachuu dandeenya
- PTC(Paid to click) iirraa galii argachuu dandeenya
- Akka freelancer tti galmoofte galiiargachuu
- Sarvewwan gara garaa irraahis galii argachuu dandeenya
- Apps garagaraa hojjachuu fi gurguruudhaan galii argachuu dandeenya
- Telegraama keenyaanis galii argachuu ni dandeenya
- Afaanota garagaraa hiikuudhaan galii argachuun ni dandahama.
Yeoo ammaan tanaa keessatti hojiwwan kumaatamaan lakkaawaman karaa interneetaatiin namoota miiliyoonotaan lakkawamaniif iddoma jiranitti carraa uumamee fi namoota miliyoonataan lakkawamuun hojjatatamaa jireenya ofii foyyeffachaa jiru.
Kanaafuu karaalee 10 haala kamiinii, ulaagaa barbaachisuu fi tartiiba isaa tokkoon tokkon isaa isiniif qabannee dhihaanna nu eegaa
Comments