Skip to main content

Itoopiyaa keessatti gabayaa intarneetaan (online shopping) akkamitti fayyadamna.






Akkaataa Itoopiyaa keessatti gabayaa interneetaa (online shopping) itti eegaluu dandeenyu keessaa muraasa

Yeroo ammaa kanatti manuma keenya Yeroo ammaa kanatti manuma keenya teenyee gabaa baanee wanta akka uffataa, meshaalee manaa, meshaalee elektrooniksii fi iddoo bashannanaa gaarii fi wantoota gara garaa online ykn toora intarneetaan salphumatti argachuu dandeenya.

Marsareetii(website) gabayaadhaaf mijjawan kanneen akka Amazon, eBay, shopify, Qefira, markato fi kknf tajaajilawwan bittaa fi gurgurtaa raawwachaa jiru. 


Marsaareetiwwan(website) kunneen oomisha kee akka ijaa nama baay'ee harkisuu dandahutti fi ibsa oomisha keetii bareechee akka nama baay'ee bira gahuu danda'utti oomisha kee siif beeksisa.


"Online shop" ykn gabaa internetaa kana yoo eegaluu barbaannee (website) marsaareetiwwan kunneen kusaa interneetaa ijaaruu(store builder), suppuu( maintain) fi Hojmaata (operation) hundaahu akka hoggannuuf haala mijjeessee jira. Guyyaa guyyaadhan waa'ee oomisha keenyaa wanta haarawa dabaluu (update) fi too'annoo ( management) isaa hundaahu gochuu dandeenya.


eBay, Amazon fi Qefira irratti 

1. Eenyummessaa (account) marsaareetiwwan kanaa banachuu qabna.

2. Maal maal gabaaf dhiheessituu fi eenyuuf akka dhiheessitu karoorfachuu qabda. Oomisha kee footoo isaa sirritti qulqullinaan hojjannee tartiiban omisha keenya gatii isaaniitiin waliin tarreesina.

3. Akkuma kanaan gareen marsaareetichaa sirraa fudhachuudhaan omisha kee maammilaaf dhiheessa. 

4. Tartiiba kana hundaahuu erga raawwattee yeroo oomishini gabaaf dhihaate kafaltiin karaa akkountii bankiin guyyoota muraasa booda si dhaqqabuu dandaha.


Dabalataanis karaa fuula feesbuukii ( Facebook page) fi gareewwan feesbuukii tis omiisha keenya beeksisuu fi gurgurtaaf gahaa olaana qaba gabaa baanee wanta akka uffataa, meshaalee manaa, meshaalee elektrooniksii fi iddoo bashannanaa gaarii fi wantoota gara garaa online ykn toora intarneetaan salphumatti argachuu dandeenya.

Marsareetii(website) gabayaadhaaf mijjawan kanneen akka Amazon, eBay, shopify, Qefira, markato fi kknf tajaajilawwan bittaa fi gurgurtaa raawwachaa jiru. 


Marsaareetiwwan(website) kunneen oomisha kee akka ijaa nama baay'ee harkisuu dandahutti fi ibsa oomisha keetii bareechee akka nama baay'ee bira gahuu danda'utti oomisha kee siif beeksisa.


"Online shop" ykn gabaa internetaa kana yoo eegaluu barbaannee (website) marsaareetiwwan kunneen kusaa interneetaa ijaaruu(store builder), suppuu( maintain) fi Hojmaata (operation) hundaahu akka hoggannuuf haala mijjeessee jira. Guyyaa guyyaadhan waa'ee oomisha keenyaa wanta haarawa dabaluu (update) fi too'annoo ( management) isaa hundaahu gochuu dandeenya.


eBay, Amazon fi Qefira irratti 

1. Eenyummessaa (account) marsaareetiwwan kanaa banachuu qabna.

2. Maal maal gabaaf dhiheessituu fi eenyuuf akka dhiheessitu karoorfachuu qabda. Oomisha kee footoo isaa sirritti qulqullinaan hojjannee tartiiban omisha keenya gatii isaaniitiin waliin tarreesina.

3. Akkuma kanaan gareen marsaareetichaa sirraa fudhachuudhaan omisha kee maammilaaf dhiheessa. 

4. Tartiiba kana hundaahuu erga raawwattee yeroo oomishini gabaaf dhihaate kafaltiin karaa akkountii bankiin guyyoota muraasa booda si dhaqqabuu dandaha.


Dabalataanis karaa fuula feesbuukii ( Facebook page) fi gareewwan feesbuukii tis omiisha keenya beeksisuu fi gurgurtaaf gahaa olaana qaba

Comments

Popular posts from this blog

Barnoota kompitaraa kutaa 6ffaa: meeshaa daataa adeemsisu (Processor device)

Meeshaa Daataa Adeemsisan(Processor drvice)  Kompitarri keenya meeshaalee daataa galchan kan akka keyboard, microphone, faa irraa daataa fudhachuun daataa kana gara meeshaa daataa baasaniitti osoo hin ergin dura adeemsa daataan process ta'u keessa darbuun gara meeshaa daataa baasanitti ergama. Meeshaan adeemsa daataa(processor device) kun daataa kana akka inni barbaachisutti nuuf qindeessa. Meeshaaleen adeemsa kompiitara keessaa baay’inaan mul’atan keessaa muraasni kanneen armaan gadii of keessatti qabatu:  Kutaa adeemsa giddugaleessaa (CPU) Kutaa adeemsa giraafiksii (GPU) Mazarboordii (Motherboard) Kaardii networkii(Network card) Kaardii sagalee (Sound card) Kaardii viidiyoo (Video card)  Kutaa adeemsa giddugaleessaa (CPU)  Akka filannootti piroosesara(Processor), piroosesara giddugaleessaa(Centaral processor), ykn maaykiroo piroosesara (microprocessor) jedhamee kan waamamu, CPU (sea-pea-you )jedhamee dubbifama kutaa adeemsa giddugaleessaa kompiitaraati.  CPUn ...

Barnoota kompitaraa kutaa 3ffaa: Qaamota jajjaboo(Hardware) Kompitaraa

Qaama jajjaboo kompitaraa(Hardware part)  Qaamni jajjaboo kompitaraa: - Qaama gurguddoo kompitaraa lameen keessaa isa tokko tahee ijaan ilaaluu fi harkaan qaqabuu dandeenyuudha. Walumaa galatti qaamni meshaalee (Device) jedhamuun beekkamu. Meshaalee kana akkaataa itti fayyadama isaa irratti hundaa'uun iddoo gara garaatti qooduu dandeenya. Isaanis Meeshaa Daataa seensisu(Input device) Meeshaa daataa baasu(Output device) Meeshaa daataa kuusu(Shortage device) Meeshaa daataa adeemsisu (Processor device) Meeshaa Networkii (Network device) Haadota (Cables) Meeshaaleen armaan olitti tarreessine kun hunduu qaama jajjaboo kompitara keenyaa kessaa barbaachisoo kanneen tahaniidha. Qaamota kanneen hundaahuu hanga dandahametti addaan qoqqoonnee ilaalla nu hanga dhumaatti nu hordofaa. Afaan keenyaan barressuun itti fufa tan dubbisuu immoo isinumaatu beeka. 1.Meeshaalee naqaa(Input devise) Meeshaaleen naqaa(input devise) meeshaalee elektromakaanicaalaa ta’anii fayyadamaan kompitaraa odeeffannoo/d...

Barnoota kompitaraa kutaa 4ffaa:- Meeshaa Daataa baasu(output device)

  2.Meeshalee Bu’aa baasuu(output device) Barannoo 2ffaa lammaffaa keessatti meeshaalee jajjaboo keessaa meeshaa daataa seensisu(Input device) ilaallee jirra . Barannoo kana keessatti meeshaa daataa seensisuun daataan gara kompitaraa keenyaa seene meeshaa nuti bu'aa isaa ittiin arguu dandeenyu ilaalla. Meeshaan bu’aa baasu kun kutaa kompitara keenyaa keessaa tokko ta’ee daataa nuti gara kompitara keenyaatti meeshaa naqaa(input device) dhaan galchine erga cpu kompitara keenyaa hojeeffama geggessee(process data) boodaa deebisee bu’aa isaa nuuf kan mul’isuudha. Bu’aan baasuu(output) kun bifa barreeffamaa,fakkii,sagalee fi viidiyootiin ta’uu danda’a Meeshaaleen bu’aa baasuu kun bakka (2) qoonnee laaluu dandeenya Meeshaalee garagalcha jajjaboo(Hard Copy) Meeshaalee garagalcha mosaajii(Soft copy) 1. Meeshaa garagalcha jajaboo(Hard copy device): meeshaan kun bu’aa basuu(output) keenya waraqaarratti ykn wantoota jajaboo garagaraa irratti kan qabatuudha. Garagalchi jajjaboon kun kompitara ...