Bilbila haarawa bittachuuf gara gabayaa yeroo baanuu wantoota nuti Dursinee ilaaluu qabnu.
- Gosa ykn brand bitachuu barbaanne fi maqaa isaa sirriin Wal fakkaachuu isaa
- "Samsung"= oomisha dhaabata samsingiidhaati
- "Samsong, sumsung, sumsang," omiisha dhaabbata biraati
- "Huawei" oomisha Huawei ti
- "Hauwei, Huawie, fi kkf" oomisha dhaabbata birooti Kanaafuuoomisha dhaabbata nuti barbaannu tahuu adda baafachuu qabna.
2. Baatirii bilbila keenyaa kan turu tahuu check godhuu qabna
3. Saffisa maaykroprosasii (microprocessor speed)
Saffini maaykroprosasii 1.5 Hertz, 2.0 Hertz fkkf akka humna keenyaatti filachuu qabna.
4. Dandeettii Daataa kuufachuu ( Memory capacity)
RAM = 1GB, 2GB, 4GB 8GB, .............
Internal storage = 4GB, 8GB,......... 1TB, 2TB, ....
Comments