⚠️Phone heating/ Ho'uu bilbilaa rakkole bayye kenya yeroo amma mudatanidha.⚠️
Kanaaf sababota bayye tarresun ni dandahama....garuu ammaf furmaata isaa irrati stepoota armaan gadii fayyadama.
1 👉Use Original Charger
🍎Chaarjari Originala qofa fayyadamu qabdu keesumaa charjarii kansaa Kan bilbila wajjiin bitameen otoo fayyadamnee bay'ee gaarii kuni nageenyaa dhaga mobile keenyaatifillee murteessadha 🍎
2 👉Charging Phone Properly
🍎Bilbila charjii sirritti guutaa.
Amma amma bilbila keenyaa carjii irra keenyaa yoo tahee nageenyaa dhagatiffillee bayyeessa miti kanaafuu yeruma tokko otoo guchifannee bareedadha.🍎
3 👉Check Your Wifi
🍎wifi kessan yeroo fayyadamtanin ala off tahu mirkanessaa.🍎
4 👉Turn Off The Bluetooth
🍎GPS--Bluetooth fi GPS kessan dhaamaa /off godha.🍎
5👉 Avoid Multi-Tasking
🍎bilbila kessan irratti hojiile walcinaa /parallel fayyadamu dhiisa.🍎
Fakkaeenyaf otoo muziqaa dhaggeeffattanii game taphachuu otoo dhiistaanii nageenyaa mobile keessaniif murteessadha
6 👉Don’t Overuse
🍎yeroo dheeraf fayyadamun busy hin godhina.🍎
7 👉Don't do Heavy gaming--
🍎geemii gurgudda keessayyuu Intarneetin(online) hojjetan hin fayyadamina.🍎
8 👉Don't use Damaged Battery
🍎Dhagaa baatiirii kessan kan ballefame fayadamura of qusadhaa.🍎
9 👉Avoid Plastic and Leather
🍎Case/ cover-- kavarii bilbilaa ykn ittisa balaaf itti ufisnu fayyadamura of qusadhaa🍎
Kunnen maloota bilbila keessan ho'uu irra ittin eegdan kessaa hamma tokko. Itti Fayadamun bilbila keessan umrii isaa dheerefadha isinin jenna galatooma 🙏🙏🙏
Comments